Bakki Kun kan Barnoota Amantaa Islaamaa, Qur'aana, kitaabota Adda Addaa Akkasumas Barnoota Afaan Arabaa iddoo kamuu teessanii yeroo boqonnaa keessaniitti karaa online ( marsariitiin) Itti Aragattaniidha.
Paakeejii Keenya IlaalaaWoggaa hedduuf,Qur'aana Kabajamaafi barnoota islaamaa gara garaa naannoo keenyatti kennaa turre, amma garuu obbolowwan keenya kan adduunyaa mara irra jiran gargaaruuf karaa online isiniif dhufnee jirra.
Akkaatan nuti barnoota kana ittiin kenninu karaa live telegramii fi whatsaappin yoo ta'u barataa fi barsiisan kallattiin wol qunnman akkasumas barataan yoo gaaffii ykn yaada qabaates yeroo barbaadetti barsiisaa isaa shakkii tokko malee gaafachuu ni danda'a
Amma Jalqabi
Qur'aana Makaarijaa fi Tajweedni isaa Eeggame, Barsiisota gahumsa Qabaniin qophaahe.
Akkaataa, dubbisa Qur'aanaa tajwiida İsa sirrii taheen, Namoota Qur'aana buusanii, tajwiida isaanii sirreeffachuu barbaadaniifis kan tahu.
Akkaataa Salaataa,Arkaana Salaataa, Waajibaata Salaataa, fi Wonta salaataan wol qabatan hunda
Aqiidaa Maalummaa aqiidaa, fi beekumsa Aqiidan wolqabatan irratti kitabota barraahan kannen akka Aqiidatul- xahawiyyaa fi Aqiidatul - waasixiyyaa, Barsiisota gahumsa qabaniin.
Karaalee Ibaadaa hunda ittiin Raawwatan, Jireenya Guyyaa guyyaa islamummaan, Hawaasummaa, Barsiisota Gahumsa guddaa qabaniin.
Afaan arabaa dubbachuu' dubbisuu dhagahuu fi barreessuu' sagantaa torbee karaa tamsaasa kallattifi' noottilee bilisaa fi kkf.
Paakeejii humna keessanii fi fedhii keessanii filadhaa.
Erga kaffaltii raawwatanii booda Hoogganaan gara dareetti gara garee telegraamii/watsappiitti isin dabala
Barnoota kallatti iraatti argamuun barsiisaa wojjiin kallattaain wol-qunnamuu
Yeroo dareen hin jirres yoo yaada yokiin gaaffii qabaattan kallattiin barsiisaa gaaffachuu/woliin mari'achuu
Magaalaa Shaashamannee
+251709054763
woffam14@gmail.com
Yeroo Boqonnaa keessanitti isin barsiisna
Erga galmooftanii booda kaffaltii karaa asii gadiitin ergaa:
Bank: CBE (Commercial Bank of Ethiopia)
Account Number:1000650406797
Account Name: Jema she Abdurehman
Ykn karaa Tele-Birr:
Tele-Birr: 0965656355
Maqaa: Jemal Abdurehman
Erga kaffaltii raawwattanii booda Nagahee/ragaa gara Telegram kanaatti ergaa:
Telegram: @tilawacenter